Content-Length: 108366 | pFad | https://om.wikipedia.org/wiki/Pirootoonii

Pirootoonii - Wikipedia Jump to content

Pirootoonii

Wikipedia irraa

Pirootooniin suddoo cita atoomawaa niwukilasii keessatti argamani fi Chaarjiin isaa poozatiivii ta'ee dha.Kunis koloombiin yommuu safarame 1.602 × 10-19dha.Chaarjiin sadhaatawaan isaa immoo +1 dha. Hangi pirootoonii hanga niwutiroonii xiqumaan irra yoo xiqqaatu hanga elektiroonii si'a 1836 dha. Hangi pirootoonii giraamaan 1.67 × 10-24 yommuu ta’u, yuuniitii hangaa atoomaawaan 1 dha.









ApplySandwichStrip

pFad - (p)hone/(F)rame/(a)nonymizer/(d)eclutterfier!      Saves Data!


--- a PPN by Garber Painting Akron. With Image Size Reduction included!

Fetched URL: https://om.wikipedia.org/wiki/Pirootoonii

Alternative Proxies:

Alternative Proxy

pFad Proxy

pFad v3 Proxy

pFad v4 Proxy