Ogbarruu Afaan Oromoo
Ogbarruu Afaan Oromoo
1.YAADRIMEE QEEQA OGBARRUU (CONCEPTS OF LITIRARY CRITICISM)1.1YAADRIMEE QEEQAA (CONCEPTS OF CRITICISM) Jecha qeeqa jedhuuf yeroo baay’ee namoota baay’ee biratti hiikni walfakkaataa ta’e hinkennamne yookiin walii namoonni irratti waliif hingalle. Sababni isaas, namoonni yeroo baay’ee jecha kana akka hanqinatti
(negative) waam ilaalanfidha.
eroo maras akka waan rakkinafimudaa qofaa ilaalanitti kan yaadamudha. Jechi kuni garuu hiika sanaan olii kan qabudha. kunis jecha !iriiki "kritikos# jedhurraa kan madde yoo tahu, hiikni isaa madaaluu yookiin murteessuu(judge and decide) jechuudha. $aa’ee bareedinaa, dhugaa, sona waan tokkoo ciminaafi hanqinaisaa madaaluudha.%eeqni
dandeettii dubbisuu keenyaa gabbifachuun rakinoota mul’ataniif furmaata kennuudha. &abalataanis waan dubbisanii hubataniif yaad'deebii kennuudanda’uudha( !illise *+++). %eeqa ogbarruu ilaaluun dura maalummaa ogbarruurratti waa jechuun gaarii ta’a.Sababni isaas,waa’ee qeeqa ogbarruu yoo jennu wanti ijoon qeeqaaf dhiyaatu ogbarruu
waan ta’eef. amoonnihedduun ogbarruuf hiika kennuuf yaalanillee hiikni nama hundaan fudhatama argate hinjiru.-aaluma kanaan, namoonni adda addaa yeroo garaagaraatti kallatti adda addaatiin ogbarruuf hiika kennuuf yaalaniiru.
. Jones (/00//) ibsa mataa isaa laateera.
"1iterature is kind of mirror that enable us to see ourselves better and to understand what we see. 2t hel us to think aboutourselves and understand our own lives# Jedha. 3gbarruun daawwitii jireenya keenya ittiin of ilaalluufi kanneen biroos keessatti ilaalluudha. -iikni kun kallattiin qeeqa ogbarruutiin kan walargatu fakkaata. %eeqni ogbarruutis
muu4annoo jireenyaa kana madaaluufi cimina barreessaanittiin dhiyeessu 4iin4aluu waan ta’eef lamaan isaanituu yaadota walkeessa jiraniidha.eroo tokko tokko jecha qeequu jedhu kana namoonni baay’een akka jecha faallessaa ta’ettifudhatu.-aaluma kanaanis, namoota qeeqoo ogbarruu jedhamanis akka warra dogoggora barbaadoo ta’anitti
fudhatamu. aaduma kana 5itaabni &oing 1iterary 6riticism (*+/+/) akkas jedha7 Sometimes the word criticism uts eole off, because in everyday use it has negativeconnotations. $e use think of a 8critic’ as the kind of grumy erson who seems to e4ist solely tofind roblems and stress faults. -aa ta’u malee, jechi qeeqa( criticism) jedhu kun
jireenyakeenya guyyaa guyyaa keessatti waan nurraa adda hin baanedha. $aan hojjannu, waan ilaallu,waan dhaggeeffanu, waan fuunfannu, waan nyaannufi dhugnu, guutummaa waan jireenyakeessatti dabarsinurratti yaada kennaa jiraanna.aadni kenninu kunis gaariis yaraas ta’uu [Type text]Page 1 danda’a. aadonni nuti kennaaa oollu kun
immoo faallessuu hin jedhamu. 6aalmatti 4iin4alagadi fageenyaa nuti wantootaaf qabnu irraa kan madde ta’a malee. 5anaaf jechi qeeqa jedhukunis kallattii lamaan kan ilaalamu yoo ta’u, hanqinaa fi cimina waan tokkoo walfaana ibsuuta’aa jechuudha. !ma dhuftee jechichaatiin yoo ilaalle jechi "criticism# jedhu jecha !iriikii85rites’ hiikni isaa murtii
jedhu irraa dhufe jedhu barreeffamoonni adda addaa. akkeenyaaf -abib 9.:.;. (*++<0) akkasitti ibsa7 "3ur =nglish word "criticism# derives from the ancient !reek term krites ,meaning"judge.# >erhas the first tye of criticism was that which occurred in the rocessof oetic creation itself in comosing his oetry, a oet would have made
certain"judgments# about the themes and techniques to be used in his verse, about what hisaudience was likely to arove, and about his own relationshi to his redecessor in theoral or literary tradition# :kka waraabbii kanaatti, bu’uurri qeeqaa inni jalqabaa adeemsa kalaqa yaada jedhu ofkeessaaqaba.
amni hojii ogbarruu tokko kalaquun dura murteewwan garaagaraa waa’ee dhaamsaa,tooftaalee kalaqa sana keessatti itti dhimma bahu, hanga fudhatamummaa hawaasaa hojiikalaqichaafi k.kf murteessa. %eeqni ogbarruu hojii ogbarruu tokkoo hiika itti kennuu, 4iin4aluu, qaaccessuufi madaaluudha.3gbarruun immoo yeroodhaan kan
hindangeffamnefi fedhii hawaasa hundaa kan taheefi hojiileekanneen akka walaloo, diraamaa, asoosama, seenaawwan, tahaafi kkf kan hammatudha(2wuchukwu *++?) .5anaafuu akkaataa kanaan qeequu hojiilee ogbarruu adda adda qeeqa jechuu dandeenya. $alumaa galatti qeeqa ogbarruu jechuun hojii barreeffamaafi afaaniindaddarbuus haa
tahu dubbisanii hubachuun, yaadasaa erga ofitti fudhanneen booda ciminaafidadhabina isaa ija saayinsawwan madaaluudha. @ifa saayinsawwan yommuu jennu immoomalootni ittiin ogbarruu qeeqnu hedduun jiraachuusaa nutti mul’isa. 5anaafuu, maloota addaaddaa jiran kana keessaa haalaafi yeroo garaagaratti akkaataa barbaachisummaafi ergaa
isaandabarsuu barbaadanitti itti fayyadamuun gaariidha. Qeeqa ogummaaOg!a""uu 3gummaa jechuun haqiliidha jechuu nidandeenya.3gummaa ogafaaniifi ogbarruu jenneeqooduunis nidanda’ama.3gbarruun7 :soosama, alasoosama, ogwlaloo, fillmiifi doyiita’u.3gafaan immo oduu durii,mammaaksa,sirba,jechama,hibboofi kkf ta’u danda’u.%eeqa
[Type text]Page 2 ogummaa jechuun ogumma 4in4aluu, madaaluufi hiikuu jechuudha. %eeqni ogbarruu ammayyaayaada ida’ma ogbarruurratti hundaa’a. %eeqni ogummaa dirree qorannoo yaadiddama ogummaairraa adda bahee kanta’uufi dhiisurratti yaada walmormaatu jira.:kka barreeffama beektotatokko tokkootti yaadiddama, ogummaafi qeeqa
ogummaa akka waan isaan yaada tokko ibsaniitidhimma itti bahamu. 2bsoota biroo keessatti immo qeeqa ogummaa akka hojiirra oolmaayaadiddama ogummaatti ilaalama.Sababni isaas qeeqni yeroo hundaa kallattiin hojii ogummamurtaa’a yommuu ilaallu yaad iddamni ogummaa garuu waliigala ykn waan qabatamaa hintaaneta’uu danda’a.
1.Maa#ummaa Qeeqa Og!a""uu %eeqni ogbarruu akka gosa barnoota tokkotti7 adeemsa ogbarruu tokko madaallee qaaccessuunhiika itti kennuuti. -iika namoota adda addaatiin kenname keessaa7 "1iterary criticism is thediscussion of literature, including descrition, analysis, interretation, and evaluation of literaryworks.# -iika kana keessa waan
gurguddaa afuritu jira.2saanis7 ibsuu, madaaluu, qaaccessuufihiikuudha. 2tti dabaluudhaan namni kun akka ibsetti, "$e can look at any work of literature by ayingsecial attention to one of several asects its language and structure, its intended urose, theinformation and worldview it conveys, and its effect on an audience.# aada waraabbii
kanarraaakka hubatamutti, hojii ogbarruu tokko qeequuf kallattiiwwan adda addaatiif 4iyyeeffannookennuu qabna. 5anneen keessaa, afaaniifi caasaa isaa, faayidaa dhiyaateef, odeeffannoofiilaalcha addunyaawaa inni dabarsuufi dhiibbaa inni jamaarraan gahufaadha.-iika biraa qeeqa ogbarruuf kenname keessaa7 6.A. $inchester (/??0/) "6riticism
may be broadly and rovisionally defined as the intelligent areciation of any work of art, and byconsequence the just estimate of its value and rank. 1iterary criticism is, of course, concernedonly with literature 7 but the general nature of the functions of criticism is much the samewhether the object criticised be literature, or ainting, or
sculture, or music. :kka hiika kanarraahubannutti, qeeqni ogbarruu bal’inaan kan hiikamu dinqisiifannaa beektonni hojii ogbarruutiif kennan isa jedhuudha. -iikni biraa qeeqa ogbarruu, Aerry =agleton (/00B/+) "1iterary criticism or literary analysis can be defined as, an informed analysis and evaluation of a iece of literature#. -iikni nama kanaan
[Type text]Page 3 Afan Oromo and Literature [75]