Content-Length: 153029 | pFad | http://om.wikipedia.org/wiki/Fiiziksii

Fiiziksii - Wikipedia Jump to content

Fiiziksii

Wikipedia irraa

Fiiziksiin (jecha Giriikii durii: φυσική (ἐπιστήμη) phusikḗ (epistḗmē) “beekkumsa uumamaa”, jecha φύσις phúsis "uumama") gosa saayinsii uumamaa kan qorannoo wantoota fi akkaataa itti wantoonni yeroo fi bakka keessa socho'an qo'atu, kanawajjin yaadota anniisaa fi humnaa dabalatee. Ballatee yoo hiikamu, fiiziksiin qorannoo uumamaa ti, kan haala yuunivarsii baruuf qoratamu.

Fakkeenya fiiziksii amala.
{{{Maqaa}}}








ApplySandwichStrip

pFad - (p)hone/(F)rame/(a)nonymizer/(d)eclutterfier!      Saves Data!


--- a PPN by Garber Painting Akron. With Image Size Reduction included!

Fetched URL: http://om.wikipedia.org/wiki/Fiiziksii

Alternative Proxies:

Alternative Proxy

pFad Proxy

pFad v3 Proxy

pFad v4 Proxy