Jump to content

Cedhedha

Wikipedia irraa
Cedhedha maramaa

Cedhedhni meeshaa huruffawaa(elastic), akkaataa adda addaatiin sibiilaa irraa hojjetamee fi anniisaa kuusuu fi gadhiisuu danda'uudha. Innis haala summuugamuu (walitti dhiibamuu) ykn diriirfamuu danda’uun kan bocame yoo ta’u, yeroo humni sun baafamu gara boca isaa isa jalqabaatti ni deebi’a.

Fiizikisii keessatti

[gulaali | lakkaddaa gulaali]
Cedhedhoonni walfakkaatoo lama hanga tokkoon dallaa tokkotti kan maxxanan yoo ta’u, gama biraatiin ammoo dallaa tokkotti maxxananiiru. Yeroo kanatti mooliin kun lamaan lakkoofsa dhaabbataa armaan gadii k eq = k 1 +k 2 tiin moolii tokkoon bakka buufamuu danda’u.

Akka seera Hookiitti, cedhadhni tokko dheerina uumamaa isaa irraa fageenya x yoo diriirfame ykn summugame, humni harkisaa ykn dhiibaan cedhedhichi oomishu x waliin walmadaala. (Seerri kun meeshaalee dandeettii dhifamuu isaanii sadarkaa dhoqonaawaa(plasticity) irra hin gahiniif hojjata) Kanaafuu seerri kun yeroo herregaan barreeffamu

Yoom ta'u

F humna cedhedha irratti hojjetamuudha. k Cedhedha dhaabbataa, safartuu faxama(stiffness) birraa ti.
x qaxxaamura (diriirsuu ykn summuguu) bakka walmadaalummaa cedhedha irraa argamu dha.
pFad - Phonifier reborn

Pfad - The Proxy pFad of © 2024 Garber Painting. All rights reserved.

Note: This service is not intended for secure transactions such as banking, social media, email, or purchasing. Use at your own risk. We assume no liability whatsoever for broken pages.


Alternative Proxies:

Alternative Proxy

pFad Proxy

pFad v3 Proxy

pFad v4 Proxy