Jump to content

Lakkoofsa Intiijarii

Wikipedia irraa
Gabatee gurraacha yabaa Z, yeroo baay'ee tuuta lakkoofsota intiijarii hunda agarsiisuuf kan fayyadamu ( ℤ ilaali) .

Lakkoofsi Intiijarii ykn udummii tuuta lakkoofsa zeeroo ( 0 ), lakkoofsa lakkaawwii guuttoo/pozativii ( 1, 2, 3, fi kkf) ykn lakkoofsa udummii wawwee/nagativii mallattoo hir’isuu ( −1, −2, −3, fi kkf) )qabu dha. tuuta lakkoofsota lakkaawwii, masaanuu lakkoofsota lakkaawwiifi zeeroo kan qabateedha. Lakkoofsota wawwee faallaawwan lakkoofsota guttoo ti. Afaan herregaa keessatti, tuuta lakkoofsota udummii yeroo baay'ee qubee agarsiifama .

Tuutni lakkoofsota lakkaawwii cita tuuta .Tuutni lakkoofsota udummii cita tuuta lakkoofsota raashinaalii , Tuutni lakkoofsota Raashinaa cita tuuta lakkoofsota dhugaa ti . Akkuma lakkoofsota uumamaa, lakkofsii uddummii. lakkofsa dhummalessa dha . Lakkoofsi udummiin hirmeemmiin hin barreeffamuu. Fakkeenyaaf, 21, 4, 0, fi −2048 lakkoofsota udummii yoo ta’an, 9.75, 3.4, fi √ 2 lakkofsa udummii mitii jiran.

pFad - Phonifier reborn

Pfad - The Proxy pFad of © 2024 Garber Painting. All rights reserved.

Note: This service is not intended for secure transactions such as banking, social media, email, or purchasing. Use at your own risk. We assume no liability whatsoever for broken pages.


Alternative Proxies:

Alternative Proxy

pFad Proxy

pFad v3 Proxy

pFad v4 Proxy